|
|
|||
|
||||
OverviewSiyaasa Oromoo is about Oromo politics and history. It covers important issues of Oromo history and politics. It is about how and why the Oromo nation fell under different tyrannical regimes for over a century. The book also emphasises the role of unity, organisation and leadership in the successes the Oromo have achieved in the past and their role in sustaining the gains made. The book is written in Afan Oromo (Oromo language). Its main purpose is to improve the Qubee generation's understanding of Oromo politics and history. To create a knowledgeable and well-informed generation, this book has a lot to offer. *** Afaan Oromoo*** Mooraa Oromoo keessatti siyaasni mataduree waan hedduu ta'us, hanqinni bilchinnaa fi hubannoo siyaasaa jiraachuun isaa bifa garagaraatiin mul'ataa tureera. Namni heddu gabaa siyaasaa keessaa qooda fudhachuuf kan yaalu harka duwwaa ykn siyaasa bargoo qabateeti. Haala kana keessatti waan dubbii hin taanetu walnama mormisiisa. Waan qeeqaaf hin malletu walnama ficcisiisa. Dhimma sa'aa tokkotti xumuramuu maletu halkan guutu nama teessisa. Maddi rakkoo, inni ijoon, hir'inna hubannoo siyaasa Oromoo duumesseedha. Hubannoo gayaa qabaachuun siyaasa bilchaataa, abshaalaa fi moo'ataa geggeessuuf murteessaadha. Duruunfatanii fiiguun, miiraan gugatuun, waan qaban harcaasutti yoo hin taanee injifannoo caalutti nama geessuun isaa mamsiisaadha. Ummanni hubannoon maletti dirree siyaasaa seenu farda namootaa ykn daboo hooganootaa ta'a: kan abbaan fedhe yaabbatu ykn meeshaa itti fe'atu. Siyaasni hubannoo gayaan maletti borcaadha. Kan haasayu walhinhubatu. Mariin taasifamu firii hin qabaatu.Yeroo tokko tokko hubannoo fi bilchinna siyaasaa dhabaaf tarsiimoon baafamu walharkatti qabama; yaadni hayyootaa fi hoogganootaa wacaan haguuggama. Ilaalchaa fi tooftaan hayyootaa isa namota miiraan gugataniin butamaa turuun isaa hudhaa qabsoo ta'aa tureera. Kaayyoon kitaaba kanaa hubannoo fi beekumsa ummanni keenya siyaasaa fi seenaa irratti qabu gabbisuu, siyaasa Oromoo siyaasa beekumsa irratti hundaaye taasisuudha. Gama kana dhugoomsuutiin kitaabni kun waan gumaachu heddu qaba. Dubbisaa. Full Product DetailsAuthor: Nesru Hassen KorosoPublisher: Primedia E-Launch LLC Imprint: Primedia E-Launch LLC Dimensions: Width: 15.20cm , Height: 2.00cm , Length: 22.90cm Weight: 0.503kg ISBN: 9781645706007ISBN 10: 1645706001 Pages: 344 Publication Date: 27 March 2019 Audience: General/trade , General Format: Paperback Publisher's Status: Active Availability: In stock We have confirmation that this item is in stock with the supplier. It will be ordered in for you and dispatched immediately. Language: Oromo Table of ContentsReviews"F Sileshi 'Kitaaba kee ati waa'ee siyaasa Oromoo irratti barreessite dubbisee baay'ee natti tole. Akkaataa ati ragaa walitti qabattee barreessite baay'ee nu boonseera.' T Benti 'Kitaaba kee Maxxansa 2ffaa Siyaasa Oromoo dubbisuuttin jira. Baay'ee natti toleera. Ittis gammadeera. Irraas barachaan jira.' Ch Mustefa ""Kanin si barressaa jiru Dire Dawa. Waan bayye irraa baradhe kitaaba keetirraa. Hedduu galatoomi dhalootaaf gumaachuu keetiif.' TS 'Siyaasa Oromoo jedhu hawaasa baldhaa Oromootii fi addunyaa qooduu keetiif galatoomi, baga gammadde siin jechuu barbaade...akkaataan itti qophaaysite fi barreeffama qubee sirreeysitee tarreeysuun kee akka gaari dubbisuuf waan nugargaaruuf ykn nuuf mijjaayuuf galatoomi siin jechuu barbaade.' K Abdata 'Siyaasa Oromoo dubbisaan jira! Hedduu natti tole!'" Author InformationNesru Hassen Koroso (PhD) is a researcher, information specialist, human rights activist, blogger and community organiser. His research focuses on urban management, urbanisation, institutions, land administration, land market, GIS and remote sensing, data analysis, etc. He is based in Amsterdam, The Netherlands. Tab Content 6Author Website:Countries AvailableAll regions |